Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 13:19 - WAADAA LAMMATAA

19 Hennaa wonti sun ta'e ana akka ta'e akka amantaniif ammaa jalqabee firrisee uduu hin taane isinitti hima.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

19 Kun uduu hin ta'iniin duranatti amma durssee ka isinitti himu, eega raawwatameen duubatti eennummaa kiyyatti akka amanittaniif.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

19 Hennaa wonti sun ta'e ana akka ta'e akka amantaniif ammaa jalqabee firrisee uduu hin taane isinitti hima.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 13:19
15 Referans Kwoze  

Haga ta'een maayessa akka amantan kun uduu hin taane isinitti himeera.


Haata'uu ammoo yoo hennaan gaye, akka ani isinitti himetti akka yaaddaniif kana isinitti hime. Qara waan isin woliin jiruuf kana isinitti hin himne.


Yesuusillee, «Dhugama dhuga'aatiin isiniin jedha, uduu Abrahaam hin dhalatiin, ani hin jira» isaaniin jedhe.


Kunoo ani duraan dursee kana isinitti himeera.


Ka dhufu si'i moo ka biraa eenna? jedheen.


Yohaannis waan isaa ragee laagaa isaa ol fudhatee akkana jedhe. Kana maayessaan dhufu inni waan na dura tureef. Inni na caalaa kabajjamaa ta'eera. Wonti isaa ka ani jedhellee kana.


Kunillee raga'aaf isinii ta'a.


Yesuus deebisee, «Ka amma si woliin qaaqa'aaru Ani isaa bee» isi'iin jedhe.


Kanaaf Yesuus, «Hennaa Ilma Namaa ol ol qabdan, akka ani isa ta'e akka Abbaan kiyya na barsiisee kana akka dubbadhuuf malee, ani ufumaan waan tokkollee akka hin goone hennaa san beettan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite