Wongeela Yohaannis 13:18 - WAADAA LAMMATAA18 «Waan keessan maraafi hin dubbadhu, ani worra filadhe san hin beekaa, haata'uu ammoo kitaabni, ‹Ka harka kiyya irraa nyaate deebi'ee natti ka'e› dubbiin jedhu akka raawwattamuuf. Gade chapit laWaadaa Haarawa18 Kana ka dubbadhu waayee mara keessaniitiifii miti, ani worra isin filadhe ni beeka, garuu buddeena kiyya ka nyaate ana irratti diinumma'aan ni ka'e ka jedhu, dubbiin Kitaaba Qulqullu'uu raawwatamu qaba. Gade chapit laKitaaba Woyyuu18 «Waan keessan maraaf hin dubbadhu; ani worra filadhe san hin beeka; haa ta'uu ammo kitaabni, ‹Ka harka kiyya irraa nyaate deebi'ee natti ka'e› dubbiin jedhu akka raawwatamuuf. Gade chapit la |