Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 13:16 - WAADAA LAMMATAA

16 Ani dhugama dhuga'aatiin isiniin jedha garbichi Gooftaa isaa hin caalu ergamaanillee ka isa erge hin caalu.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

16 Dhugaa isiniin jedha, tajaajilaan Gooftaa isaa hin caalu, ergamaan'llee ka isa erge hin caalu.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

16 Ani dhugama dhuga'aatiin isiniin jedha garbichi Gooftaa ufii hin caalu ergamaanillee ka isa erge hin caalu.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 13:16
7 Referans Kwoze  

Barataan barsiisaa hin caalu, ka sirri'itti baratee fixe maruu ammo akka barsiisa'aa ta'a.


Garbichi Gooftaa hin caalu jedhee dubbii isinitti hime qaabadhaa'a, yoo na ari'anii jiraatan, isinillee akkasuma hin ari'an; dubbii kiyya yoo eeganii jiraatan, dubbii keessanillee akkasuma eegan.


Yesuusillee akkana jedhee deebiseef, «Dhugama dhuga'aatiin siin jedha, namni bisaanii fi Ayyaana Woyyuu irraa yoo dhalate malee, jeennata Rabbii galuu hin danda'u.


Yesuusillee deebisee, «Dhugama dhuga'aatiin siin jedha, namni lammaffaa deebi'ee yoo dhalate malee, jeennata Rabbii galuu hin danda'u» jedheen.


Waan Tiito'oo ka isin gaafatu yoo jiraate, inni goshoo kiyya ka na woliin hojjatu; waan obboleeyyan teennaallee ka gaafatu yoo jiraate, isaan ergamtoota woldaa Kiristaanaatiif ulfinna Kiristoosiiti.


Akkasuma Obboleessa kiyya ka na woliin hojjata'aa fi loltuu ta'e, isiniif ammoo ka ergamaa ta'eef, ka waan na barbaachisuun na tajaajilu Afirodiixiin isinii erguun giddi'i.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite