Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 13:15 - WAADAA LAMMATAA

15 Akkuma ani isinii godhe isinillee akkasuma akka gootaniif fakkeenna isinii kenneera.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

15 Ani isiniif akkuma raawwadhe isin'llee akka raawwattaniif, fakkeenna isinii kennee jira.»

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

15 Akkuma ani isinii godhe isinillee akkasuma akka gootaniif fakkeenna isinii kenneera.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 13:15
7 Referans Kwoze  

Qanbaraa kiyya baadhaa'a. Narraallee baradhaa'a. Ani gara laafeessaa fi Kasoo waan ta'eef, lubbuu teessaniin harabaafata argatanii.


Ka, «Isa keessa jiraadha» jedhu, akka inni jiraatutti haa jiraatuu.


Wonti waamamtaniif kana waan ta'eef akkasuma Kiristoosiin faanaa akka deemtaniif fakkeenna isinii ta'ee waan waan keessaniif rakkinni isa irra gayeef.


Akkuma Kiristoos isin jaalate, kenna'aa fi ciincaa urgaayaa uf godhee Rabbiif uf kenne, isinillee jaalalaan jiraadhaa'a.


Yaada tokko taatanii afaan tokkoon Rabbiin, Innillee Abbaa Gooftaa Yesuus Kiristoosii akka kabajjitan Waandhi obsaatii fi jajjabeennaa akka fedha Yesuus Kiristoosiititti yaada tokko isinii haa keennu.


Tooyadhaa'a; fakkeenna isaanii ta'aa'a malee, woldaa amantootaa hunnaan hin bulchinaa'a.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite