Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 13:12 - WAADAA LAMMATAA

12 Luka isaaniillee dhiqee, uffata ufii fudhatee deebi'ee taa'ee akkana isaaniin jedhe, «Waan ani isinii godhe hubattuu?»

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

12 Miila isaanii eega miiceen duubatti uffata isaa uffateeti gara bakka isaa titti deebi'ee ni taa'e, akkana'llee isaaniin jedhe, «Maal akka isiniif raawwadhe hubattanii ree?

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

12 Luka isaanii dhiqee uffata ufii fudhatee deebi'ee taa'ee akkana isaaniin jedhe, «Waan ani isinii godhe hubattuu?»

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 13:12
7 Referans Kwoze  

Yesuusillee deebisee, «Waan ani godhu ati amma hin beettu, maayii ammoo hin hubatta» jedheen.


Nyaata irraa ka'ee uffata ufii lafa kaayatee carqii ittin luka gossu fuudhee mudhi'itti hidhatee.


Yesuus, «Kana maraa hubattaniirtu?» jedhee isaan gaafate. Isaanillee deebisanii, «Ee» jedhan.


Achiin maayessa Yesuus akkana isaaniin jedhe: «Mammaaka kana hin hubannee? Eegasuu attamitti mammaaka biraa beettan ree?


Ka hurbaata'aaf taa'e yookiin ka hojjatu keessaa kamtu gudda'a? Ka taa'ee mitii? Ani ammoo isin eddu'utti akka hojjata'ati.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite