Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 13:11 - WAADAA LAMMATAA

11 Ka dabarsee isa kennu waan beekuuf; kanaafuu, «Isin marti qulqullootaa miti» isaaniin jedhe.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

11 Yesus, «Isin marrinuu Qulqullu'uu miti» ka jedhe, ka dabarssee isa kennu eennuun akka ta'e, ni beeka waan tureef.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

11 Ka dabarsee isa kennu waan beekuuf kanaafuu, «Isin marti qulqullootaa miti» isaaniin jedhe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 13:11
9 Referans Kwoze  

Yesuusillee, «Ka Ani xoroshoo cabsee kennuuf san» jedhee deebiseef, kutaa xoroshoo fuudhee waan unataniin tuqee ilma Simoonii Yihuudaa ka biyya Asqorootu'uutii kenne.


Yesuus kana jedhee keessi isaa raafamee, «Dhugama dhuga'atiin isiniin jedha, isin keessaa tokko dabarsee na kenna» jedhee rage.


«Waan keessan maraafi hin dubbadhu, ani worra filadhe san hin beekaa, haata'uu ammoo kitaabni, ‹Ka harka kiyya irraa nyaate deebi'ee natti ka'e› dubbiin jedhu akka raawwattamuuf.


Uduu hurbaataa nyaata'aaran daabiloos onnee Yihuudaa ilma Simoon ka biyya Asqorootu'uu akka inni dabarsee isa kennu haga hubateen maayii,


Ani isaan woliin hennaa adunyaa tana irra jiru worra naa kennite maqaa keetiin eegeera; wonti kitaabni jedhe akka raawwatamuuf ilma badi'ii malee isaan keessaa eennullee hin banne


Yesuusillee waan itti dhufuuf ta'u maraa beekee bayee, «Eennuun soqa'aartan?» isaaniin jedhe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite