Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 12:9 - WAADAA LAMMATAA

9 Yihuudota keessaallee baniin hedduu akka inni achi ture beekanii, Alaazaarii inni du'aa kaase argu'uuf dhufan malee, Yesuusiin calla'aafii mit.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

9 Yeroo sanitti Yihudota keessaa baayi'eewwan Yesus Bitaaniyaa akka jiru beekanii ni dhufan, ka dhufan'llee waayee Yesusii qofaaf uduu hin ta'in, Yesus du'aa ka isa kaase Alaazaariin'llee laalu'uuf ture.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

9 Yihuudota keessaa baniin hedduu akka inni achi ture beekanii, Alaazaarii inni du'aa kaase argu'uuf dhufan malee, Yesuusiin calla'aafii miti.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 12:9
8 Referans Kwoze  

Namicha fayyeellee isaan woliin akka dhaabateruu haga argan; waan isaaniin jedhan dhaban.


Daawiti mataan isaatuu, ‹Gooftaa'a› jedhee yoo isa waame, attamiin ilma Daawitii ta'uu danda'a?» jedhee gaafate. Gumiin guddaan gammachu'uun isa dhagaya'aa turan.


Faasika'aan dura guyyaa jahaffa'atti Yesuus gara Alaazaariin ka inni du'aa kaasee gara Biitaaniya'aa dhufe.


Bulchoonni gadootaa Alaazaariin ajjeesu'uuf mari'atan.


Bariisaa baniin hedduu gara ayyaanaa dhufanii turan. Yesuus gara Yeruusaaleemii akka dhufu dhagayan.


Alaazaariinillee awwaala keessaa waamee worra du'an keessaa hennaa isa kaase, worra isa woliin turee hin rageef.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite