Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 12:44 - WAADAA LAMMATAA

44 Yesuusillee laagaa ol qabatee akkana jedhe, «Ka anatti amanu kana ergetti amane malee anattii miti.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

44 Yesus qooniqqa isaa ol fudhatee akkana ni jedhe, «Ka anatti amanu ana qofatti uduu hin ta'in, ka ana ergetti'llee ni amana,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

44 Yesuus laagaa ol qabatee akkana jedhe, «Ka natti amanu kana ergetti amane malee anattii miti.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 12:44
11 Referans Kwoze  

Ka isin simatu na simata. Nallee ka simatu ka na erge simata.


Dhugama dhuga'aatiin isiniin jedha, namni nama ani erge simatu, na simata, ka na simatu ka na erge simata.»


Ani dhugama dhuga'aatiin isiniin jedha, ka dubbii kiyya dhagayu, ka na ergettillee ka amanu jireenna bara baraa qaba; du'aa gara jireennaatitti ceeyeera; gara murtii du'aa hin dhufu.


«Daa'ima akkanaa tokko maqaa kiyyaan ka simatu maruu, na simata; Ana ka simate, ka na erge simata malee ana calla'aa miti» isaaniin jedhe.


Eeganaa Yesuus mana woyyuu keessatti uduu barsiisu, «Ana na beettan, eessaa akka dhufe ammoo hin beettan. Ani ufiin hin dhufne. Haata'uu ammoo inni na erge ka isin hin beenne sun ka dhuga'aati.


Kana jedheeti laagaa gudda'aan Alaazaari gara diidaa as bayi jedhe.


Yesuus, «Maaf ‹Yoo dandeette› jetta? nama amanuuf wonti martinuu hin danda'ama» jedheen.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite