Wongeela Yohaannis 12:42 - WAADAA LAMMATAA42 Kana woliin bulchoonni hedduu akkasuma isatti amanan, akka Fariisonni mana sagada Yihuudotaa keessaa isaan hin baafneef, isaa ragaa hin baane. Gade chapit laWaadaa Haarawa42 Ta'u'llee itti gaafatamoota Yihudotaa keessaa'llee baayi'eewwan Yesusitti amananii jiran, garuu Fariisonni bakka wolgayii isaaniitii akka isaan hin baafinneef sodaachu'uun, ifaan ragaa isaa hin baaneef. Gade chapit laKitaaba Woyyuu42 Kana woliin bulchoonni hedduu akkasuma isatti amanan; akka Fariisonni mana sagada Yihuudotaa keessaa isaan hin baafneef isaa ragaa hin baane. Gade chapit la |