Wongeela Yohaannis 12:3 - WAADAA LAMMATAA3 Maariyaam urgoo naardoosii ka gatiin isaa guddaa baasu fuutee, luka Yesuusii dibde, luka isaa rifeensa mataa ufiitiin haxxe. Urgoon naardoosiillee mana urgeesse. Gade chapit laWaadaa Haarawa3 Yeroo sanitti Maariyaam gatiin isaa haalaan baayi'ee ka ta'e, Naardoosii qulqulluu irraa ka hojjatame, wolakkaa liitiraa ka ta'u shittoo shurrubbee tokkoo fiddee, miila Yesusii ni dibidde, rifeenissa mataa isi'iitiin'llee ni sukuumtte, manni'llee foolii shitto'ootiin ni guute. Gade chapit laKitaaba Woyyuu3 Maariyaam urgoo Naardoosii ka gatiin isaa guddaa baasu fuutee luka Yesuusii dibde; luka isaa rifeensa mataa ufiitiin haxxe. Urgoon Naardoosii mana urgeesse. Gade chapit la |