Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 12:23 - WAADAA LAMMATAA

23 Yesuusillee akkana jedhee isaanii deebise, «Ilmi Namaa kabajjamu'uuf sa'aatiin gayeera.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

23 Yesus'llee akkana jechu'uun isaanii ni deebise, «Kunoo, Ilmi Namaa yeroon itti kabajamu gayee jira,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

23 Yesuusillee akkana jedhee isaanii deebise, «Ilmi Namaa kabajjamu'uuf sa'aatiin gayeera.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 12:23
16 Referans Kwoze  

Inni sadeessoo, hennaa deebi'ee gara isaanii dhufe, «Eegasuu rafaa'a harabaafadhaa'a hin gaya, amma, Ilmi namaa harka cubbamtootaatitti dabarfamee kennama.


Yesuus ammallee, «Ilmi Namaa ulfinna ufiitii fi Maleekkota Rabbii maraa woliin hennaa dhufu, teessoo ulfinnaa ka ufii irra taa'a.


Darasonnillee waan kana dura hin hubanne, haata'uu ammoo haga Yesuus kabajjameen maayii, hennaa san kun waan isaatiif akka barreeffame kana akka isaa godhan qaabatan.


Achiin maayessa gara darasootaa dhufee, «Isin haga ammaa rafa'aa, harabaafata'aartanii? Kunoo, sa'aatiin Ilmi Namaa harka cubbamootaatitti dabarfamee kennamu geetteerti.


Yesuus diqqoo isaan irraa siiqee lafatti gad kufee, yoo danda'ame hennaan rakkinnaa sun akka isa irra luftuuf kadhate.


Kana ammoo waan Ayyaana Woyyu'uu ka worri isatti amanan argatu'uuf ta'uu san dubbate. Waan Yesuus gara ulfina ol hin bayiniif Ayyaanni Woyyuun hennaa san hin kennamne ture.


«Amma lubbuun tiyya raafamte maal jedhalle'e? ‹Abbaa kiyya hennaa tana jalaa na oolchi jedha moo?› kana akka hin jenne ammoo, ani wonti dhufeef rakkoo tanaaf.


Yesuusillee ayyaana Faasika'aa dura adunyaa kana irraa hennaan gara Abba'aa deemu akka gaye beekee, worra isaa ka adunyaa kana irra jiran, worra jaalate haga dhumaa jaalate.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite