Wongeela Yohaannis 12:21 - WAADAA LAMMATAA21 Isaan gara Beetasayidaa Galiilaa keessa jirtuu gara nama Filiphoos jedhamuu dhaqanii, «Gooftaa'a, Yesuusiin arguu feena» jedhanii kadhataniin. Gade chapit laWaadaa Haarawa21 Isaan'llee Galiila'aa nama Betsayidaa gara ka ta'ee, gara Filiphosii dhiyaatanii, «Yaa Gooftaa, Yesusiin argu'uuf ni barbaanna» jedhaniin. Gade chapit laKitaaba Woyyuu21 Isaan gara Beetasaayidaa Galiilaa keessa jirtuu gara nama Filiphoos jedhamuu dhaqanii, «Gooftaa'a! Yesuusiin arguu feena» jedhanii kadhataniin. Gade chapit la |