Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 12:2 - WAADAA LAMMATAA

2 Achitti nyaata dhiyeessaniif, Maartaanillee isa tajaajilte. Alaazaarillee worra achi taa'an keessaa tokko.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

2 Achitti'llee irbaata ni qopheessaniif, Maaritaan'llee ni tajaajilttiin turtte, Alaazaar'llee Yesusiin woliin nyaataaf dhiyaatanii worra turan keessaa, tokko ture.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

2 Achitti Yesuusiif jedhanii nyaata qopheessan; Maartaanillee isa tajaajilte. Alaazaar worra nyaataaf taa'an keessa jira.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 12:2
12 Referans Kwoze  

Kunoo ani balbala dhaabadhee dhadhaya; eennullee laagaa kiyya dhagayee balbala ufii yoo naa bane seenee isa woliin hurbaata nyaadha. Innillee na woliin nyaata.


Ka hurbaata'aaf taa'e yookiin ka hojjatu keessaa kamtu gudda'a? Ka taa'ee mitii? Ani ammoo isin eddu'utti akka hojjata'ati.


Yesuus hennaa Bittaaniya'aatti mana Simoonii dhukkuba gogaa kukkutuun qabameeruutitti hurbaata'aaf waamamee uduu achi jiru, dubartiin takka Urgoo Naardoosii ka gatiin isaa gudda'aa qabattee dhuftee, bilqaadii cabsitee mataa isaatitti buufte.


Yesuus namicha isa waame saniin akkana jedheen, Laaqana yookaan hurbaataa yoo qopheessite maal laataa harka naa deebisan jettee jaalalloota, Ilmaan haadhaa tee, aantota dureeyyii ollaa keetii hin waamin.


Garboonni gooftaan isaanii hennaa dhufu uduu hojjatan ka arguun, isaan worra eebbifame. Dhugamaan isiniin jedha, marxifatee isaan teessisee ufii dhaabatee isaan nyaachise.


Leewwiinillee mana ufiititti waan nyaataa qopheessee isa waame, worri isaan woliin hurbaata'aaf taa'anii jiran ka qaraxa guuruuf namoonni biraallee heddutu ture.


Yesuus Biitaaniya'atti mana Simoonii dhukkuba gogaa kukkutuun qabamee uduu jiru,


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite