Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 12:19 - WAADAA LAMMATAA

19 Kanaaf Fariisonni, «Waan tokkollee godhuu akka hin danda'amne argitanii? Kunoo adunyaan isa faanaa ka'anii deema'aaran!» woliin jedhan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

19 Yeroo sanitti Fariisoonni, «Kunoo, ummanni biyya lafaa marinuu horddofeenii jiran! Nu'u womaayyuu raawwachu'uuf akka hin dandeenne, ni argitanii mitii?» woliin jedhan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

19 Fariisonni, «Waan tokkollee godhuu akka hin danda'amne argitanii? Kunoo adunyaan isa faanaa ka'anii deema'aaran!» woliin jedhan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 12:19
14 Referans Kwoze  

Hennaa arguu dhaban Iyyaasoonii fi obboleewwan gari garii gara bulchoota qachaa ufii harkisanii, «Worri adunyaa booressan kunniin, garanallee dhufaniiran.


Inni woreega gumaa cubbuu keennaati. Kunillee nuu calla'aaf uduu hin ta'in cubbuu biyya lafaa maraaf.


Isaanillee gara Yohaannisii dhufanii, «Barsiisaa'a, namichi Yoordaanosiin gamatti si woliin jiru, ka ati waan isaa ragaa baateef sun cuupha'aa waan jiruuf, namni maruu gara isaa dhaqa'aara!» jedhanii itti himan.


Haata'uu ammoo bulchoonni gadootaatii fi barsiisonni Seera Muuse'ee baasaa fi maalalee inni mana woyyuu keessatti godheef, hennaa ijoolleen, «Hoosaanaa Ilma Daawitiitiif» jedha'aa iyyan arganii aaran.


Kanaafuu akkasuma baniin maalalee kana akka godhe waan dhagayaniif isa simmachu'uuf bayan.


Worra gaafa ayyaanaa sagaduuf bayan keessaa gariin namoota Giriikiiti.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite