Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 12:13 - WAADAA LAMMATAA

13 Baala meexxi'ii qabatanii simachu'uuf bayan, «Hoosaanaa! ka maqaa Goofta'aatiin dhufu Mootiin Israa'eelii ka eebbifame!» jedha'aa wocan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

13 Kanaaf damee baala meexxi'ii qabatanii isa simachu'uuf ni bayan, «Hosaa'inaa! Ka maqaa Goofta'aatiin dhufu, Nugufnni Israa'eelii ka eebbifame!» jedha'aa, ni iyyan ture.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

13 Baala meexxi'ii qabatanii simachu'uuf bayan, «Hoosaanaa! ka maqaa Goofta'aatiin dhufu Mootiin Israa'eelii ka eebbifame!» jedha'aa wocan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 12:13
19 Referans Kwoze  

«Waaqa Gooftaa maraa dandeettu, hujiin kee gudda'aa fi maalale'e, mootii worra Yihuudii hin taanee, karaan kee qajeella'aa fi ka dhuga'aati; Gooftaa ka si hin sodaanne; ka maqaa kee hin kabajjine eennu? waan ati callaan woyyuu taateef hujiin kee qajeellumma'aan waan mudhateef, worri Yihuudi hin taane maruu dhufanii, afoo keetitti sagadan» jedha'aa faaruu garbicha Rabbii ka Muuse'eetii fi faaruu hoolaa Rabbiitii faarfatan.


Asiin maayii banii eennullee laakkayuu hin dandeenne baniinii fi gosa worra afaan marraa keessaa namoota heddu guddaa arge. Uffata adii uffatanii qacee meexxi'ii harka isaaniititti qabatanii teesso'oo fi hoolaa Rabbii afoo dhaabatan.


Naatinaa'elillee, «Eessatti na beetta?» jedheen. Yesuusillee deebisee, «Uduu Filiphoos si hin waamne, uduu ati muka hurbu'uu jala jirtu si arge» jedheen.


Ani akkana isiniin jedha, ‹Ka maqaa Goofta'aatiin dhufu, ka eebbifame› haga jettanitti ammaa achi deebitanii na hin argitan» jedhe.


Isaan ammoo, «Balleessii! Fannis!» jedha'aa wocan. Philaaxoosillee, «Mootii keessan fannisuu?» isaaniin jedhe. Bulchoonni gadootaallee, «Qeesaariin achitti mootii biraa hin qabnu!» jedhanii deebisaniif.


Uffataaf gudeeda isaa irratti barreeffama maqaa, «Mootii moototaa, Gooftaa, Gooftootaa» jedhu qaba.


«Inni kaawwan fayyiseera; uf fayyisuu hin danda'u. Inni mootii Israa'elii yoo ta'e, mee amma fannoo irraa gadi haa bu'uu; nullee itti amannaa.


«Ati intala Tsiyoonii, hin sodaatin! kunoo mootiin kee ilmoo harre'ee irra taa'ee hin dhufa» jedhamee akkuma barreeffame, Yesuus ilmoo harre'ee argatee isii irra taa'e.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite