Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 12:11 - WAADAA LAMMATAA

11 Yihuudota keessaa hedduun isaanii dhaqanii waan Yesuusitti amananiif.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

11 Isaan ka ka'een Yihudota keessaa baayi'eewwan amantii isaanii dhiisa'aa, Yesusitti ni amanan waan tureef.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

11 Yihuudota keessaa hedduun isaanii dhaqanii waan Yesuusitti amananiif.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 12:11
10 Referans Kwoze  

Kanaaf worra gara Maariyaamii dhufan keessaa waan Yesuus godhe haga argan Yihuudonni hedduu isatti amanan.


Kanaafuu akkasuma baniin maalalee kana akka godhe waan dhagayaniif isa simmachu'uuf bayan.


Yihuudonnillee banii heddu hennaa argan hinaaffa'aan guuttamanii isaan abaara'aa dubbii Phaawuloos dubbatu morman.


Akkanatti yoo dhiifne martinuu isatti amanan. Worri Rooma'aa dhufanii biyya teennaaf banii keenna fudhatan» jedhan.


Banii keessaa namoonni heddu waan itti amananiif, «Kiristoos hennaa dhufe, maalalee kun godhe caalaa godha?» jedhan.


Hennaa maraa akka na dhageettu hin beeka. Haata'uu ammoo akka ati na ergite akka amananiif banii as dhaabatu kanaaf dubbadhe» jedhe.


Bulchoonni gadootaa Alaazaariin ajjeesu'uuf mari'atan.


Kana woliin bulchoonni hedduu akkasuma isatti amanan, akka Fariisonni mana sagada Yihuudotaa keessaa isaan hin baafneef, isaa ragaa hin baane.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite