Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 12:10 - WAADAA LAMMATAA

10 Bulchoonni gadootaa Alaazaariin ajjeesu'uuf mari'atan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

10 Itti gaafatamoonni qeesotaa garuu, Alaazaariin'llee ajjeesu'uuf ni mari'atan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

10 Bulchoonni gadootaa Alaazaariin ajjeesu'uuf mari'atan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 12:10
14 Referans Kwoze  

Abrahaam ammoo, ‹Isaan Muuse'ee fi raattota yoo hin dhageenne, yoo namni tokko worra du'an keessaa ka'ellee hin amanan› » jedhe.


Worri urjii qoru akka isa soban hennaa hubate, Heroodis guddisee aare. Hennaa urjiin itti mudhatte worra urjii qoran irraa akka gaafatee hubatetti, daa'imman Beetelihem keessaatii fi naannoo san maraa, ta woggaa lamaa yookiin achii gadi ta'an loltoota ufii ergee ajjeesisiise.


Bulchoonni gadootaatii fi Fariisonillee qabu'uuf hulee inni jiru namni beeku yoo jiraate akka isaanitti mudhisuuf ajajanii turan.


Fariisoonni ammoo bayanii, attamitti akka isa balleessan mari'atan.


Yihuudota keessaallee baniin hedduu akka inni achi ture beekanii, Alaazaarii inni du'aa kaase argu'uuf dhufan malee, Yesuusiin calla'aafii mit.


Yihuudota keessaa hedduun isaanii dhaqanii waan Yesuusitti amananiif.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite