Wongeela Yohaannis 12:1 - WAADAA LAMMATAA1 Faasika'aan dura guyyaa jahaffa'atti Yesuus gara Alaazaariin ka inni du'aa kaasee gara Biitaaniya'aa dhufe. Gade chapit laWaadaa Haarawa1 Ayyaannni Faasiikaa Yihudotaa kabajamu'uuf guyyaan jahaa yoo hafuun, Yesus gara Bitaaniya'aa ni deeme, Bitaaniyaa Alaazaariin Yesus du'aa isa kaaseen, ganda keessa jiraatu. Gade chapit laKitaaba Woyyuu1 Faasikaan gayu'uuf guyyaan jahaa yoo hafu Yesuus gara Biitaaniyaa Alaazaariin inni du'aa kaase keessa jiraatuu dhufe. Gade chapit la |