Wongeela Yohaannis 11:9 - WAADAA LAMMATAA9 Yesuusillee deebisee, «Guyyaan tokko sa'aatii kudha lamaa mitii? Ka guyya'aan deemu yoo jiraate, ifa adunyaa tanaa waan arguuf hin gufatu. Gade chapit laWaadaa Haarawa9 Yesus'llee akkana jechu'uun isaanii ni deebise, «Guyyaa keessa yeroon jiru saa'aatii kudha lamaa mitii ree? guyya'aan ka dedeebi'u ifa biyya lafaa kanaa waan arguuf, hin gufatu. Gade chapit laKitaaba Woyyuu9 Yesuusillee deebisee, «Guyyaan tokko sa'aatii kudha lamaa mitii? Ka guyya'aan deemu ifa adunyaa tanaa waan arguuf hin gufatu. Gade chapit la |