Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 11:8 - WAADAA LAMMATAA

8 Darasoonni isaa, «Barsiisaa'a, Yihuudonni armaan dura si dhayuu barbaadanii turan. Amma ammoo achi deemtaa?» jedhaniin.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

8 Barttoonni isaa'llee, «Yaa barsiisaa! Worra Yihudotaa yeroo muraasaan duranatti si woqaru'uuf ni barbaadan ture, eegaa deebitee garasi ni deemtaa ree?» jedhaniin.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

8 Darasoonni isaa, «Barsiisaa'a! Yihuudonni armaan dura si dhayuu barbaadanii turan. Amma ammo achi deemtaa?» jedhaniin.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 11:8
11 Referans Kwoze  

Achiin maayessa Yihuudonnillee isa tumu'uuf dhagaa itti fudhatan.


Kanaafuu isaanillee isa tumu'uuf dhagaa itti fudhatan, Yesuus ammoo isaan jalaa uf dhossee isaan jidduu lufee mana woyyu'uu bayee deeme.


Eeganaa ammalee deebi'anii isa qabuu barbaadan, inni ammoo isaan jalaa miliqe.


Haata'uu ammoo fiigicha kiyyaaf tajaajila kiyya ka Gooftaa Yesuusiin irraa fudhadhe, innillee Oduu Nagayaa badhaadha Ayyaana Rabbii ragaa isaa haga raawwadhutti lubbuun tiyya na birratti akka hin ulfaanne akka waan duwwa'aatitti laakkaya.


Hulee gabaya'aatitti nagaya ulfinnaa akka isaan gaafatanii fi gumiin ‹Barsiisaa'a› jedhanii akka isaan waaman jaalatan.


Isin barsiisaa tokko waan qabdanii fi isin martinuu obboleeyyan waan taataniif, ‹Barsiisaa'a› jedhamtanii hin waamaminaa'a.


Uduu kun ta'aa jiru darasoonni isaa, «Barsiisaa'a, mee waa nyaadhu!» jedhanii kadhataniin.


Yihuudota keessallee hedduun isaanii du'a obboleessa isaaniitiif Maarta'aa fi Maariyaamiin jajjabeessu'uuf isaan bira dhufan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite