Wongeela Yohaannis 11:57 - WAADAA LAMMATAA57 Bulchoonni gadootaatii fi Fariisonillee qabu'uuf hulee inni jiru namni beeku yoo jiraate akka isaanitti mudhisuuf ajajanii turan. Gade chapit laWaadaa Haarawa57 Akkuma kana itti gaafatamoonni qeesotaatii fi Fariisonni Yesusiin qabu'uuf akka danda'an, bakka inni jiru naminni beeku yoo jiraate akka isaanii akkeekuuf, nama maraa ajajanii jira ture. Gade chapit laKitaaba Woyyuu57 Bulchoonni gadootaatii fi Fariisonnillee qabu'uuf hulee inni jiru namni beeku yoo jiraate akka isaanitti mudhisu ajajanii turan. Gade chapit la |