Wongeela Yohaannis 11:51 - WAADAA LAMMATAA51 Kana inni ufiin hin dubbanne, haata'uu ammoo baruma san bulchaa gadootaa waan tureef, Yesuus bani'iif du'u raaga dubbate. Gade chapit laWaadaa Haarawa51 Inni'llee kana ka dubbateef ufi irraa burqisiisee hin turre, garuu woggaa sanitti inni itti gaafatamaa qeesotaa waan tureef, Yesus waayee ummataatiif du'uun isaan waan malu ta'uu yoo muldhisu, raaga kana dubbate. Gade chapit laKitaaba Woyyuu51 Kana inni ufiin hin dubbanne, haa ta'uu ammo baruma san bulchaa gadootaa waan tureef, Yesuus bani'iif du'uu raaga dubbate. Gade chapit la |