Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 11:5 - WAADAA LAMMATAA

5 Yesuus Maartaa, obboleettii isi'iitii fi Alaazariinillee hin jaalata.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

5 Yesus Maaritaaa fi obboleettiin isi'ii Maariyaamiin, obboleessa isaanii Alaazaariin ni jaalata ture.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

5 Yesuus Maartaa, obboleettii isi'iitii fi Alaazariinillee hin jaalata.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 11:5
11 Referans Kwoze  

Jaalalli na jaalatteen isaan keessa akka ta'u, anillee isaanitti maqaa kee beessiseera, ammallee hin beessisa» jedhe.


Isin waan na jaalattaniif Rabbiin biraallee akka Ani dhufe waan amantaniif Aabba inninuu waan isin jaalatuuf.


Kanaaf Yihuudonni, «Attam akka isa jaalatu laalaa'a!» jedhan.


Darasoonni isaa, «Barsiisaa'a, Yihuudonni armaan dura si dhayuu barbaadanii turan. Amma ammoo achi deemtaa?» jedhaniin.


Uduu deema'aaran, Yesuus gara gandattii takkaa seenee, dubarttiin Maartaa jedhamtu takka mana ufiititti isa simatte.


Maartaan ammoo waan hujiin itti guddateef jaatanooftee, gara isaa dhiyaattee, «Gooftaa kiyya! obboleettiin tiyya na gargaaruu diddee yoo ani hojja kiyyatti hojjadhu garaa si nyaadhuu? kanaafuu akka na gargaartu itti himi» jetteen.


Yesuusillee deebisee, «Maartaa, Maartaa! Ati waan hedduu yaada'aa dhiphatta,


Ganda Maariyaamiitii fi obboleettii isi'ii Maartaa Biitaaniyaa keessatti namni Alaazaar jedhamu tokko dhibamee ture.


Kanaaf intallan haadhaa Alaazaarii: «Gooftaa'a! Namni ati jaalattu dhibameera» jedhanii gara isaa ergan.


Haga akka inni dhibame dhagaye, hulee jiru san guyyaa lama oole.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite