Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 11:48 - WAADAA LAMMATAA

48 Akkanatti yoo dhiifne martinuu isatti amanan. Worri Rooma'aa dhufanii biyya teennaaf banii keenna fudhatan» jedhan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

48 Akkanumaan yoo dhiifinneen naminni marrinuu isatti ni amana, worri Rooma'aa'llee dhufanii mana keenna ka waaqeffanna'aatii fi ummata keenna mara'llee, ni dhabamisiisan.»

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

48 Akkanatti yoo dhiifne martinuu isatti amanan. Worri Rooma'aa dhufanii biyya teennaa fi banii keenna fudhatan» jedhan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 11:48
19 Referans Kwoze  

«Maqaa kanaan akka hin barsiifne, jabeessinee isin hin seerree? Yerusaaleemiin kunoo barumsa keessaniin guuttaniirtu; dhiiga nama sanii nurratti fidu'uuf yaaddan!» jedhanii isaan gaafatan.


Isin beettonni seeraa, furtuu balbala beekkumsaa waan fudhattaniif isin aanne'e! Ufii hin seenne, worra seenu'uuf ta'ullee hin dhooggitan.


Sanyiin karaa qace'etti bu'e sun namoota dubbii Rabbii dhagayanii akka isaan amananii hin fayyineef daabiloos dhufee dubbii san onnee isaanii keessaa fudhata.


Gumiin martinuu deebisanii, «Dhiinni isaa nu'uu fi ijoollee teenna irra haa ta'uu» jedhan.


Mootiinillee lolee, loltoota ergee worra lubbuu namaa ajjeese sanniin fixe. Qachaa sanillee hin gube.


Martinuu karaa isaatiin akka amananiif; waan ifaa ragu'uuf dhufe.


Eegasuu gara karaa qaxxaamuraa dhaqa'aatii, nama argitan maraa gara cidhaa waama'a› jedhe.


Yesuus ammallee, «Akkuma raagaan Daani'el dubbate, ‹Farra badi'ii› hulee woyyitti'ii dhaabatee yoo argitan, ka kana dubbisu haa hubatuu!


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite