Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 11:44 - WAADAA LAMMATAA

44 Alaazaari akkuma harki isaatiif lutti isaa sattarametti baye. Fuullillee woya'aan akkuma marametti jira. Yesuusillee, «Hiika'aatii gadi dhiisaa'a haa deemuu» isaaniin jedhe.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

44 Alaazaariin du'e harkaa fi miilli isaa'llee wonittoota ittiin kafanamaniin akkuma kafanamanii jirantti awwaala keessaa ni baye, fuulli isaa'llee akkuma subbeen itti marameen jira ture, Yesus'llee, «Hiika'aatii dhiisa'aanii haa deemuu!» isaaniin jedhe.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

44 Alaazaar akkuma harki isaatii fi lutti isaa sattarametti baye. Fuullillee akkuma woya'aan marametti jira. Yesuus, «Hiika'aatii gad dhiisaa'a haa deemuu» isaaniin jedhe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 11:44
20 Referans Kwoze  

Dhugama dhuga'aatiin isiniin jedha, worri du'an laagaa Ilma Rabbii hennaan dhagayan hin dhufa. Innillee ammuma. Worri dhagayanillee lubbu'uun jiraatan.


Uffata isaan sattaranillee achitti arge. Akkasuma uffata mataa isaa irra ture kopha'atti ka hulee tokkotti marameeru arge.


Innillee nafa keenna salphataa nafa isaa ka ulfinna qabu san akka fakkaatuuf hin jijjiira.


Akkuma Aabba, worra du'an kaasee jireenna isaanii kennu, akkasuma ilmillee worra jaalatuuf jireenna kenna.


Dargaggeessi du'e sunillee ol jedhee taa'ee dubbachuu jalqabe. Achiin maayessa Yesuus deebisee Haadhatti kenne.


Hin sodaatin, ka duraatiif ka dhumaa jiraataan ana. Du'ee ture, kunoo baraa haga bara baraa ani jiraata'a, furtuu du'aatii fi ka asaabaallee hin qaba.


Reeffa Yesuusiillee fuudhee akka seera Yihuudonni itti urgo'oon uffata woyaa qoolaatiin sattaran.


Yesuus waan ta'e kana eennuttillee akka hin himne jabeessee isaan seere; waan nyaattullee akka isi'ii kennan itti hime.


Gadi jedhee yoo laalu uffata isaan sattaran achitti arge, haata'uu ammoo hin seenne.


Yesuus, «Dhagaa irraa kaasaa'a!» jedhe. Maartaan obboleessi isi'ii jalaa du'e, «Gooftaa kiyya, haga du'e guyyaa afur ta'eera, amma ajaayeera!» jetteen.


Ka biraallee dhufee, ‹Gooftaa'a! saantibii worqi'ii tee xaaqa'aan maree si sodaadhee siin eege.


Kana jedheeti laagaa gudda'aan Alaazaari gara diidaa as bayi jedhe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite