Wongeela Yohaannis 11:4 - WAADAA LAMMATAA4 Yesuusillee dhagayee, «Dhibeen kun akka Ilmi Rabbii ittiin ulfaatuuf, ulfinna Rabbiitiif malee ka ajjeesuu miti» jedhe. Gade chapit laWaadaa Haarawa4 Yesus'llee kana yeroo dhagayetti, «Dhukkubissanni kun du'aan ka gayuu miti, garuu ulfinna Waaqaatiif akka ta'uu fi Ilmi Waaqaa'llee waayee kanaan, akka kabajamuuf» jedhe. Gade chapit laKitaaba Woyyuu4 Yesuus dhagayee, «Dhibeen kun akka Ilmi Rabbii ittiin kabajjamuuf; kabajjaa Rabbiitiif malee ka ajjeesuu miti» jedhe. Gade chapit la |