Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 11:3 - WAADAA LAMMATAA

3 Kanaaf intallan haadhaa Alaazaarii: «Gooftaa'a! Namni ati jaalattu dhibameera» jedhanii gara isaa ergan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

3 Obboleetiiwwan'llee, «Yaa Gooftaa, ka ati jaalattuun sun dhukkubsatee jira» jedhanii, gara Yesusii ni ergan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

3 Kanaaf intallan haadhaa Alaazaarii: «Gooftaa'a! Namni ati jaalattu dhibameera» jedhanii gara isaa ergan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 11:3
16 Referans Kwoze  

Yesuus Maartaa, obboleettii isi'iitii fi Alaazariinillee hin jaalata.


Ani nama jaaladhu maraa hin loladhaan hin adaba. Kanaafuu qajeelii aagii gali.


Erisxos Qorontoositti hafe; Xiirofimoosi ammoo dhibamnaan Milixiinitti dhiise.


Darasoota keessaa ka Yesuus jaalatu ka qoma Yesuusiititti siqeeru,


Kanaaf Yihuudonni, «Attam akka isa jaalatu laalaa'a!» jedhan.


Kana haga dubbateen maayessa, «Jaalalloon keenna Alaazaari rafeera, haata'uu ammoo hirribaa kaasu'uuf deema» jedheen.


Ganda Maariyaamiitii fi obboleettii isi'ii Maartaa Biitaaniyaa keessatti namni Alaazaar jedhamu tokko dhibamee ture.


Gooftaan hennaa isii arge, gaddeefii «Hin booyin» jedheen.


Maariyaam ta Gooftaa Urgoo dibdee riffeensa mataa ufiitiin luka isaa haxe. Obboleessi isi'ii Alaazaar dhibamee ture.


Maartaan Yesuusiin, «Gooftaa'a, uduu ati asi jiraattee obboleessi kiyya silaa hin du'u.


Isin, ‹Barsiisa'aa fi Gooftaa› naan jettani, akkasuma waan ta'eef mishaa jettan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite