Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 11:22 - WAADAA LAMMATAA

22 Ammallee waan Rabbiin irraa kadhattu maraa Rabbi akka sii kennu hin beeka» jette.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

22 Garuu amma'llee waan kadhattu maraa Waaqinni akka siif kennu, ni beeka» jetteen.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

22 Ammallee waan Rabbiin irraa kadhattu maraa akka Rabbi sii kennu hin beeka» jette.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 11:22
10 Referans Kwoze  

Ka Rabbiin sodaatu, fedha isaallee ka hojjatu yoo jiraate, isa sanii Rabbi dhagaya malee, cubbamoota akka hin dhageenne hin beenna.


Yesuus, «Maaf ‹Yoo dandeette› jetta? nama amanuuf wonti martinuu hin danda'ama» jedheen.


Yesuusillee gara isaanii dhufee, «Baalliin maruu ardi'ii fi sami'ittillee naa kennameera.


Abbaan Ilma ufii hin jaalata, waan maraa isatti kenneera.


Yesuusillee isi'iin, «Obboleessi kee hin ka'a» isi'iin jedhe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite