Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 11:21 - WAADAA LAMMATAA

21 Maartaan Yesuusiin, «Gooftaa'a, uduu ati asi jiraattee obboleessi kiyya silaa hin du'u.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

21 Maaritaan'llee Yesusiin, «Yaa Gooftaa! Uduu ati asi jiraatteetii obboleessi kiyya hin du'u ture,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

21 Maartaan Yesuusiin, «Gooftaa'a! uduu ati as jiraattee silaa obboleessi kiyya hin du'u.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 11:21
12 Referans Kwoze  

Maariyaamillee hulee Yesuus jiru dhuftee argitee luka isaa jalatti kuftee, «Gooftaa kiyya, uduu ati as jiraattee obboleessi kiyya silaa hin du'u» jetteen.


Yesuus uduu kana isaanitti hima'aaru bulchaan Mana sagada Yihuudotaa gara isaa dhufee, isa afo'otti jilbiiffatee, «Mucattiin tiyya amma na jalaa duute; ati ammoo koottuutii harka kee isii irra kaayi; lubbuun isi'iillee itti deebitii» jedhe.


Isaan keessaa gariin ammoo, «Kun ka ija balla'aa bane, kanallee ammoo akka hin duune godhuu hin danda'uu?» jedhan.


Maariyaam ta Gooftaa Urgoo dibdee riffeensa mataa ufiitiin luka isaa haxe. Obboleessi isi'ii Alaazaar dhibamee ture.


Kanaaf intallan haadhaa Alaazaarii: «Gooftaa'a! Namni ati jaalattu dhibameera» jedhanii gara isaa ergan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite