Wongeela Yohaannis 11:15 - WAADAA LAMMATAA15 Akka amantaniif achi jiraachuu dhabuu kiyyaaf waan keessaniif na gammachiisa. Haata'uu ammoo gara isaa haa deemnuu!» isaaniin jedhe. Gade chapit laWaadaa Haarawa15 isin akka amanttaniif achi jiraachuu dhabuu kiyyaan, waayee keessaniif gammadee jira, amma garuu gara isaa haa deeminnuu» isaaniin jedhe. Gade chapit laKitaaba Woyyuu15 Akka amantaniif achi jiraachuu dhabuu kiyyaaf waan keessaniif na gammachiisa. Haa ta'uu ammo gara isaa haa deemnuu!» isaaniin jedhe. Gade chapit la |