Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 11:14 - WAADAA LAMMATAA

14 Achiin maayessa Yesuus ifa godhee, «Alaazaari dhugamaan du'eera;

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

14 Kanaaf Yesus ifatti akkana isaaniin ni jedhe, «Alaazaar du'ee jira,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

14 Achiin maayessa Yesuus ifa godhee, «Alaazaar dhugamaan du'eera;

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 11:14
6 Referans Kwoze  

Darasoonni kunoo amma addaataa dubata'aarta, womaa fakkeennaan hin dubbattu.


«Kana fakkeennaan isinitti himeera. Haata'uu ammoo waan Aabba addaataa isinitti himu malee achiin gama mammaakaan hennaan hin dubbanne hin dhufa.


Yihuudonni isa marsanii, «Haga yoomii mamii keessa nu tursiifta? Ati yoo Kiristoosiin taate ifa godhii nutti himi» jedhaniin.


Inni waan kana ibsee dubbate. Pheexroos Yesuusiin ufitti sissee isa teedeffatuu jalqabe.


Yesuus waan du'a Alaazaarii dubbate, isaan ammoo waan hirriba rafu'uu dubbate isaanitti fakkaate.


Akka amantaniif achi jiraachuu dhabuu kiyyaaf waan keessaniif na gammachiisa. Haata'uu ammoo gara isaa haa deemnuu!» isaaniin jedhe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite