Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 11:13 - WAADAA LAMMATAA

13 Yesuus waan du'a Alaazaarii dubbate, isaan ammoo waan hirriba rafu'uu dubbate isaanitti fakkaate.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

13 Yesus kana ka dubbate waayee du'a Alaazaariitiif ture, isaan garuu waayee hirribaatiif waan dubbate isaanitti fakkaatee ture.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

13 Yesuus waan du'a Alaazaarii dubbate; isaan ammo waan hirriba rafu'uu waan dubbate isaanitti fakkaate.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 11:13
5 Referans Kwoze  

«Asii gad-bayaa'a! Mucattiin hin rafteerti malee, hin duune» isaaniin jedhe. Isaan guddisanii itti kolfan.


Namoonni maruu bade bade jedha'aa booya'aa turan. Inni ammoo, «Hin rafteerti malee, hin duunee hin booyinaa'a» isaaniin jedhe.


Kana haga dubbateen maayessa, «Jaalalloon keenna Alaazaari rafeera, haata'uu ammoo hirribaa kaasu'uuf deema» jedheen.


Darasoonni isaa, «Gooftaa'a, yoo rafee jiraate hin fayya» jedhaniin.


Achiin maayessa Yesuus ifa godhee, «Alaazaari dhugamaan du'eera;


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite