Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 11:12 - WAADAA LAMMATAA

12 Darasoonni isaa, «Gooftaa'a, yoo rafee jiraate hin fayya» jedhaniin.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

12 Barattoonni isaa'llee, «Yaa Gooftaa! Mugee yoo jiraate ammoo itti ni fura jechu'u» jedhaniin.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

12 Darasoonni isaa, «Gooftaa'a! yoo rafee jiraate hin dammaqa» jedhaniin.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 11:12
3 Referans Kwoze  

«Asii gad-bayaa'a! Mucattiin hin rafteerti malee, hin duune» isaaniin jedhe. Isaan guddisanii itti kolfan.


Kana haga dubbateen maayessa, «Jaalalloon keenna Alaazaari rafeera, haata'uu ammoo hirribaa kaasu'uuf deema» jedheen.


Yesuus waan du'a Alaazaarii dubbate, isaan ammoo waan hirriba rafu'uu dubbate isaanitti fakkaate.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite