Wongeela Yohaannis 11:11 - WAADAA LAMMATAA11 Kana haga dubbateen maayessa, «Jaalalloon keenna Alaazaari rafeera, haata'uu ammoo hirribaa kaasu'uuf deema» jedheen. Gade chapit laWaadaa Haarawa11 Yesus kana eega isaaniin jedheen duubatti, «Waahelli keenna Alaazaar mugee jira, ani garuu hirribaa isa kaasu'uuf ni deema» jedhe. Gade chapit laKitaaba Woyyuu11 Haga kana dubbateen maayessa, «Jaalalloon keenna Alaazaar rafeera, haa ta'uu ammo hirribaa kaasu'uuf deema» jedheen. Gade chapit la |