Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 11:10 - WAADAA LAMMATAA

10 Ka halkaniin deemu ammoo, ifti isa bira waan hin jirreef hin gufata» isaaniin jedhe.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

10 Garuu halkaniin ka dedeebi'u, ifa waan hin qabnneef ni gufata.»

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

10 Ka halkaniin deemu ammo ifti isa bira waan hin jirreef hin gufata» isaaniin jedhe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 11:10
9 Referans Kwoze  

Haata'uu ammoo inni hidda hin qabu, hennamaaf jabaata malee, sababa dubbii Rabbiitiif hennaa rakkinniinii fi ari'amuun dhufee yoma san gufatan.


Yesuusillee deebisee, «Guyyaan tokko sa'aatii kudha lamaa mitii? Ka guyya'aan deemu yoo jiraate, ifa adunyaa tanaa waan arguuf hin gufatu.


Kana haga dubbateen maayessa, «Jaalalloon keenna Alaazaari rafeera, haata'uu ammoo hirribaa kaasu'uuf deema» jedheen.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite