Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 10:9 - WAADAA LAMMATAA

9 Balbalti ana. Ka na keessaan aseenu yoo jiraate hin fayya, inni hin seena hin bayalle'e hulee itti bobbayullee hin argata

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

9 Balballi ana, ka karaa kiyyaan aseenu ni fayya, ni aseena, ni baya, bakka oolu'llee ni argata.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

9 Balbalti ana. Ka ana keessaan aseenu yoo jiraate hin fayya; inni hin seena hin bayalle'e hulee itti bobbayullee hin argata

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 10:9
16 Referans Kwoze  

Yesuusillee, «Ani kara'a, dhuga'aa fi jireenna. Anaan malee ka gara Aabbaa dhufu hin jiru.


Hujii isaatiin nu maruu Ayyaana tokkoon gara Aabbaa galuu hin dandeenna.


Yesuus ammallee akkana isaaniin jedhe, «Ani dhugama dhuga'aatiin isiniin jedha, ani balbala hoolotaa ti.


«Dhugama dhuga'aatiin isiniin jedha, ka gooruu hoolotaa balbalaan hin seenne, ka karra biraatiin bayu ammoo inni hattu'uu fi saamtu'u.


Hoolonnillee laagaa isaa hin dhagayan, innillee hoolota ufii maqaa isaaniitiin waamee, isaan fudhata.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite