Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 10:8 - WAADAA LAMMATAA

8 Ka anaan dura dhufan maruu hattootaa fi saamtota. Haata'uu ammoo hoolonni isaan hin dhageenne.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

8 Worri anaan duranatti dhufan marrinuu hattootaa fi shifttoota, hoolonni garuu isaan hin dhageeffanne.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

8 Ka anaan dura dhufan maruu hattootaa fi saamtota. Haa ta'uu ammo hoolonni isaan hin dhageenne.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 10:8
11 Referans Kwoze  

«Dhugama dhuga'aatiin isiniin jedha, ka gooruu hoolotaa balbalaan hin seenne, ka karra biraatiin bayu ammoo inni hattu'uu fi saamtu'u.


Ji'oota kanniiniin dura Tewoodas ani hangafa jedhee ka'ee ture, namoonni haga dhibba afurii isaan woliin galan. Inni hin bade. Worri isa dhagayanillee gar gar faca'an; woyittuu hin buune.


Hoolonni tiyya laagaa kiyya hin dhagayan anilee isaan beeka; isaanillee na faanaa deeman.


Kaawwan irraa dheessan malee, faanaa hin deeman waan laagaa isaanii hin beenneef.»


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite