Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 10:7 - WAADAA LAMMATAA

7 Yesuus ammallee akkana isaaniin jedhe, «Ani dhugama dhuga'aatiin isiniin jedha, ani balbala hoolotaa ti.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

7 Kanaaf Yesus deebi'ee akkana isaaniin ni jedhe, «Dhugaa isiniin jedha, ani balbala hoolotaati.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

7 Yesuus ammallee akkana isaaniin jedhe, «Ani dhugama dhuga'aatiin isiniin jedha, ani balbala hoolotaati.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 10:7
12 Referans Kwoze  

Yesuusillee, «Ani kara'a, dhuga'aa fi jireenna. Anaan malee ka gara Aabbaa dhufu hin jiru.


Hujii isaatiin nu maruu Ayyaana tokkoon gara Aabbaa galuu hin dandeenna.


«Dhugama dhuga'aatiin isiniin jedha, ka gooruu hoolotaa balbalaan hin seenne, ka karra biraatiin bayu ammoo inni hattu'uu fi saamtu'u.


Balbalti ana. Ka na keessaan aseenu yoo jiraate hin fayya, inni hin seena hin bayalle'e hulee itti bobbayullee hin argata


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite