Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 10:5 - WAADAA LAMMATAA

5 Kaawwan irraa dheessan malee, faanaa hin deeman waan laagaa isaanii hin beenneef.»

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

5 Qooniqqa bira'aa garuu waan hin beekinneef, isa irraa dheessan malee, hin horddofaniin.»

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

5 Kaawwan irraa dheessan malee faanaa hin deeman waan laagaa isaanii hin beenneef.»

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 10:5
15 Referans Kwoze  

Hujii kee, dadhabbii keetii fi obsa kee hin beeka. Akka ati worra hamaa cadhiftee hin dhiifne worra uduu ergamaa hin taane, «Ergamoota» ufiin jedhan qorattee laaltee akka isaan sobduu ta'an akka beette ani hin beeka.


Yesuus akkana isaaniin jedhe: «Waan dhageettan qalbifadhaa'a! Bikkituu isin itti bikkitanitti isiniif bikkama; ka san caalutu isinii eda'ama.


Isin waan dhugaa beettaniif sobni maruu dhugaa akka hin taane waan beettaniif akka waan dhugaa hin beenneetitti isinii hin barreessu.


Isaan nu biraa bayan malee worra keennaa miti. Uduu worra keenna ta'anii silaa nu woliin jiraatan. Haata'uu ammoo maruu akka worra keenna hin taane beessisu'uuf bayan.


Hennaan namoonni, barumsaa sirrii ta'e dhagayuu jibban waan dhufuuf, worra gurrii isaanii dhugaa dhagayuu dhiise, dhara dhagayu'uuf isa hoossisu, akka fedha ufiititti barsiisota ufii qopheeffatan.


Kanaafuu hennaa dhageettan qulqulleeffadhaa dhagaya'aa nama waa qabu kamiifuu eda'amee kennamaaf. Nama waa hin qabne kamuu wonni inni hin qaba jedhee yaadu diqqoon sunuu irraa fudhatamti.


Hoolota ufii haga baaseen maayessa afoo isaanii deema, hoolonnillee laagaa isaa waan beekaniif faana isaa deeman.


Ani hoolota Gooruu kana keessaa hin taane, hoolota biraallee hin qaba. Isaanillee ammoo as fidutu na irra jira. Isaan laagaa kiyya hin dhagayan. Tika tokko ta'an, tisseenillee tokko.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite