Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 10:41 - WAADAA LAMMATAA

41 Namoonni hedduu gara isaa dhufanii, «Yohaannisi malkata tokkollee hin goone, haata'uu ammoo Yohaannis waan nama kanaa wonti dubbate maruu dhuga'a» jedhan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

41 Namoonni baayi'een gara isaa dhufanii, «Yohaannis baasa woyiituu hin taasfnne, garuu wonitti Yohaannis waayee nama kanaatiif dubbate marrinuu, dhugaa ture» jedhan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

41 Namoonni hedduu gara isaa dhufanii, «Yohaannis malkata tokkollee hin goone, haa ta'uu ammo wonti Yohaannis waan nama kanaa dubbate maruu dhuga'a» jedhan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 10:41
12 Referans Kwoze  

Yesuus maalalee jalqabaa qachaa Qaanaa Galiila'aatitti godhe. Ulfinna ufiillee mudhise, darasoonni isaallee isatti amanan.


Ka na maayessa dhufu ka ani miseensa kophee isaatuu hiikuun naaf hin malle kabajjamaan kana» isaaniin jedhe.


Hennaa san namoonni waan heddu ta'aniif, gumiin heddu haga wol irra ijjatutti wol gayanii uduu jiran, darasoota ufiitiin akkana jechuu jalqabe, Duraan dursa'atii raacitii Fariisotaa, jechuun uftuulummaa isaanii irraa uf eegaa'a.


Baniinillee dubbii Rabbii dhagayu'uuf wol dhiibaa uduu jiran inni qaccee galaana Geensaareexii dhaabatee ture.


Hennaa isa argan, «Maruu si soqa'aaran» jedhaniin.


Hojjattoota ufiitiin, «Kun Yohaannisii cuupha'atu du'aa ka'eera. Kanaaf hujiin maalaleen kun isaan hojjatamte» jedhe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite