Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 10:39 - WAADAA LAMMATAA

39 Eeganaa ammalee deebi'anii isa qabuu barbaadan, inni ammoo isaan jalaa miliqe.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

39 Isaan'llee deebi'anii isa qabu'uuf ni barbaadan, inni garuu isaan harkaa bayee ni lixe.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

39 Eeganaa ammallee deebi'anii isa qabuu barbaadan, inni ammo isaan jalaa miliqe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 10:39
6 Referans Kwoze  

Kanaaf isa qabu'uuf soqa'aa turan. Haata'uu ammoo hennaan waan hin geenneef eennullee harkaan isa hin tundhe.


Kanaafuu isaanillee isa tumu'uuf dhagaa itti fudhatan, Yesuus ammoo isaan jalaa uf dhossee isaan jidduu lufee mana woyyu'uu bayee deeme.


Isaan keessaallee gari gariin qabuunii barbaadan. Haata'uu ammoo eennullee harkaan isa hin tundhe.


Achiin maayessa Yihuudonnillee isa tumu'uuf dhagaa itti fudhatan.


Fariisoonni ammoo bayanii, attamitti akka isa balleessan mari'atan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite