Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 10:34 - WAADAA LAMMATAA

34 Yesuusillee akkana jedhee isaanii deebise, ‹Isin waaqolee tolfama'a› ka jedhe «Seera keessanitti akkuma barreeffamee mitii?

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

34 Yesus'llee akkana isaaniin ni jedhe, «Seera keessaniin ammoo, ‹isin waaqota harkaan hojjatamittan ni jedhe› ka jedhu, barreeffamee jiraa mitii ree?

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

34 Yesuus akkana jedhee isaanii deebise, ‹Isin waaqolee tolfama'a› ka jedhe «Seera keessanitti akkuma barreeffamee mitii?

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 10:34
12 Referans Kwoze  

Murtiin namoota lamaa, dhugaa akka ta'e seera keessan keessatti barreeffameera.


Haata'uu ammoo seera isaaniititti akkanumaan na jibban jedhamee dubbiin barreeffame akka raawwatamuuf kun ta'e.


Eeganaa baniin, «Nu Kiristoos akka bara baraan jiraatu seera irraa dhageenneerra. Ati ammoo Ilmi namaa ol fuudhamuu qaba attamitti jetta? Ilmi namaa kunillee eennu?» jedhanii deebisaniif.


Akkana jedhamee seera keessatti barreeffameera. «‹Afaan haarawa namoota dubbataniif, afaan biraatiin banii kanatti hin dubbadha; akkanallee ta'ee naa hin dhagayan› jedhe Gooftaan.»


Kitaabni diiggamuu waan hin dandeenneef, worra dubbiin Rabbii dhufeef sanniiniin kitaabni woyyuun, ‹Isin waaqota› yoo isaaniin jedhe,


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite