Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 10:21 - WAADAA LAMMATAA

21 Kuuwwan ammoo, «Kun dubbii nama jinnii qabuu tii miti! Jinniin ija ballootaa banuu danda'aa?» jedhan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

21 «Kuunniin ammoo, haasofnni kun afaan nama sheexana qabuu keessaa ka bayuu miti, sheexanni ija jaamotaa fayyisu'uuf, ni dandda'aa ree?» jedhan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

21 Kuuwwan ammo, «Kun dubbii nama jinnii qabuutii miti! Jinniin ija worra ijaan hin arginee banuu danda'aa?» jedhan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 10:21
11 Referans Kwoze  

Balloonni hin argan, worri hokkolan hin deeman, worri dhukkuba gogaa kukkutuun qabaman hin qulqullaayan, ka gurraan hin dhageenne hin dhagayan, worri du'anillee hin ka'an.


Kana jedhee lafatti gadi tufee hancufaan biyyee dukkuuseeti dhoqqee ija ballichaa dibee,


Gurri isaallee biyya Sooriya'aa maratti dhagayame. Kanaafuu worra dhibamanii, dhukkuba adda addaatiin rakkatan, worra jinniin qabeeru, worra dhukkuba gaggabdo'oo qabanii fi ka qaamni isaanii laamshaye maraa gara isaa fidan. Yesuusillee isaan fayyise.


Yeruusaalemitti ayyaana mana woyyu'uu haarawoomsu'uutitu jira, hennaan sunillee ganna.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite