Wongeela Yohaannis 10:18 - WAADAA LAMMATAA18 Lubbuu kiyyallee fedha kiyyaan dabarsee kenna malee, eennullee na irraa hin fudhatu, jiraachisu'uuf baallii qaba. Akkasuma kaasu'uufillee baallii qaba. Seera kana abbaa kiyya irraa fudhadhe.» Gade chapit laWaadaa Haarawa18 «Lubbuu kiyya fedhii kiyyaan ni kenna malee, ana irraa ka fudhatuun eennu'llee hin jiru, lubbuu kiyya Kennu'uu fi deebisee'llee fudhachu'uuf aangoo ni qaba, ajaja kana'llee ka fudhadhe Abbaa kiyya irraayyi.» Gade chapit laKitaaba Woyyuu18 Lubbuu kiyyallee fedha kiyyaan dabarsee kenna malee eennullee na irraa hin fudhatu; jiraachisu'uuf baallii qaba. Akkasuma kaasu'uufillee baallii qaba. Seera kana abbaa kiyya irraa fudhadhe.» Gade chapit la |