Wongeela Yohaannis 10:16 - WAADAA LAMMATAA16 Ani hoolota Gooruu kana keessaa hin taane, hoolota biraallee hin qaba. Isaanillee ammoo as fidutu na irra jira. Isaan laagaa kiyya hin dhagayan. Tika tokko ta'an, tisseenillee tokko. Gade chapit laWaadaa Haarawa16 Gobbuu kana keessaa ka hin ta'in hoolota bira'aa ni qaba, isaan'llee fidu'utu narraa mala, isaan'llee qooniqqa kiyya ni dhagayan, gobbuu tokko'llee ni ta'an, tisseen'llee tokko ni ta'a.» Gade chapit laKitaaba Woyyuu16 Ani hoolota gooruu kana keessaa hin taane hoolota biraallee hin qaba. Isaanillee ammo as fidu'utu na barbaachisa. Isaan laagaa kiyya hin dhagayan. Tika tokko ta'an, tisseenillee tokko. Gade chapit la |