Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 10:13 - WAADAA LAMMATAA

13 Inni Qaxaramaa waan ta'eef, hoolonnillee waan garaa isa hin nyaanneef, ka qaxarame sun hin dheessa,

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

13 Tissichi'llee ka dheessu mindeeffamaa waan ta'ee fi hoolotaaf'llee waan hin yaadineef.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

13 Inni Qaxaramaa waan ta'eef hoolonnillee waan garaa isa hin nyaanneef ka qaxarame sun hin dheessa.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 10:13
7 Referans Kwoze  

Nama waan jiruu keessanii qajeellumma'aan yaadee dhiphatu, ani isa malee nama biraa eennunillee waan hin qabneef.


Inni kana wonti dubbateef, waan hattuu ta'eef malee hiyyeeyyi'ii yaadeetii miti, ka korojoo birrii keessa kaayan qabatu isa waan ta'eef, birrii korojoo keessa kaayan fudhata'aa ture.


Namoonni Giriikotaa maruu bulchaan mana sagada Yihuudotaa Sositeensiin qabanii, dhaddacha afo'otti tumaniin waan kanniiniif Gaaliyoos hajaa hin qabu ture.


Tisseen hoolonni ta isaa hin taane qaxaraman ammoo yayyiin hennaa dhufu yoo arge hoolota dhiisee dheessa; yayyiinillee hin fudhata, hoolotallee adda tamsaasa.


Tisseen mishaan ana. Aabba akkuma na beeku akkuma anillee Aabbaan beeku, Ani hoolota tiyya hin beeka. Hoolonni tiyyallee na beekan. Lubbuu tiyyallee hoolota tiyyaaf dabarsee kenna.


Haata'uu ammoo yaada malee akka jiraattan jaaladha. Ka hin fuune, Gooftaa attamitti akka gammachiisu waan Goofta'aa yaada.


Ka fuudhe ammoo haadha manaa ufii attamitti akka gammachiisu waan adunyaa tanaa yaada. Yaanni isaallee qoodameera.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite