Wongeela Yohaannis 10:12 - WAADAA LAMMATAA12 Tisseen hoolonni ta isaa hin taane qaxaraman ammoo yayyiin hennaa dhufu yoo arge hoolota dhiisee dheessa; yayyiinillee hin fudhata, hoolotallee adda tamsaasa. Gade chapit laWaadaa Haarawa12 Tisseen mindeeffamaa ta'e hoolonni ta isaa waan hin ta'iniif, yayyiin yoo dhufttu yeroo argutti hoolota dhiisee ni dheessa, yayyiin'llee hoolota irraa fudhatee isaan ni bittinneessa. Gade chapit laKitaaba Woyyuu12 Tisseen hoolonni ta isaa hin taane qaxaramaan ammo yayyiin hennaa dhufu yoo arge hoolota dhiisee dheessa; yayyiinillee hin fudhata; hoolotallee adda tamsaasa. Gade chapit la |