Wongeela Yohaannis 10:1 - WAADAA LAMMATAA1 «Dhugama dhuga'aatiin isiniin jedha, ka gooruu hoolotaa balbalaan hin seenne, ka karra biraatiin bayu ammoo inni hattu'uu fi saamtu'u. Gade chapit laWaadaa Haarawa1 Itti aanssee'llee Yesus akkana ni jedhe, «Dhugaa isiniin jedha, gara karra gooruu hoolotaa uduu hin ta'in gara bira'aatiin naminni aseenu, hattu'uu fi shiftta'a. Gade chapit laKitaaba Woyyuu1 Ammallee Yesuus akkana jedhe, «Dhugama dhuga'aatiin isiniin jedha; ka gooruu hoolotaa balbalaan hin seenne, ka karra biraatiin seenu ammo inni hattu'uu fi saamtu'u. Gade chapit la |