Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 1:7 - WAADAA LAMMATAA

7 Martinuu karaa isaatiin akka amananiif; waan ifaa ragu'uuf dhufe.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

7 ragummaa isaatiin naminni marrinuu akka amanuuf, waayee ifaatiif ragaa ta'ee ni dhufe.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

7 Martinuu karaa isaatiin akka amananiif waan ifaa ragu'uuf dhufe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 1:7
16 Referans Kwoze  

Phaawuloosillee, «Yohaannis Yesuus Kiristoosii isaan maayessa dhufutti akka amanan, bani'itti hima'aa, cuuphaa aagi'ii cuuphe» isaaniin jedhe.


Yesuus achirra ka lufu argee, «Ila hoolaa Rabbii!» jedhe.


Worra isa simatan maraafuu ammoo maqaa isaatitti waan amananiif isaan ijoollee Rabbii akka ta'an baallii isaanii kenne.


Ifni dhuga'aa ka nama maraafuu ifu gara adunyaa tanaa dhufa'aa ture.


Yohaannis waan isaa ragee laagaa isaa ol fudhatee akkana jedhe. Kana maayessaan dhufu inni waan na dura tureef. Inni na caalaa kabajjamaa ta'eera. Wonti isaa ka ani jedhellee kana.


Akka namoonni gariin waan turu seeyan Gooftaan waan waadaa gale saniif hin turu. Haata'uu ammoo namni maruu akka aagii galuuf malee, eennullee akka hin banneef jedhee waan keessaniif obsa.


Badhaani Rabbii ka namoota maraa fayyisu mudhateera.


Yihuudonnillee ati eennuu? Jedhanii gaafachu'uuf Yeruusaalemii gadootaa fi Leewwota hennaa itti ergan ragaan Yohaannisii kana.


Karaa amanta'aatiin marti keessanuu Yesuus Kiristoosiin keessatti ijoollee Rabbii waan taataniif,


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite