Wongeela Yohaannis 1:50 - WAADAA LAMMATAA50 Naatinaa'elillee deebisee, «Barsiisaa'a, ati Ilma Rabbiiti! Ati mootii Isiraa'eliiti!» jedheen. Gade chapit laWaadaa Haarawa50 Yesus'llee akkana ni jedhe, «Ati ka amantte, ‹muka harbbu'uu jala uduu jirttu si argee jira› waan siin jedheef moo? Wonittoota kana caalan mara ufi durana ni argita. Gade chapit laKitaaba Woyyuu50 Naatinaa'el deebisee, «Barsiisaa'a! ati Ilma Rabbiiti! Ati mootii Israa'eliiti!» jedheen. Gade chapit la |